Koreen Yaa’ii Dhaabilee Amantii gocha Magaalaa Mooxaatti raawatame balaalefattan

    Koreen Yaa’ii Dhaabilee Amantii Bulchiinsa Dirree Dhawaa Baha Goojaam
    Magaalaa Mooxaatti gocha dhaabilee Amantaa irratti raawatame kan Amantaa
    kamiyyuu bakka hin buunee fi gocha balaalefattan taachaas ibsan

    Sirna kenniinsa Ragaa Abbaa Qabiyyee Lafaa geggeefame irratti Abbootiin
    Amantaa haasawa taasisaniin gocha kana kan balaalefattan taachaa addaassaniiru.
    Sirna kenniinsa Dhaabilee Amantii jechuuniis 82 Ragaa Abbaa Qabiyyee Lafaa
    irratti Abbootiin Amantaa kan Miseensota Koree Gamtaa Dhaabilee Amantii
    Dirree Dhawaa haasawa taasisaniin akka jedhanitti Baha Goojaam Magaalaa
    Mooxaatti gocha dhaabilee Amantaa irratti raawatame kan Amantaa kamiyyuu
    bakka hin buunee fi gocha balaalefattan taachaa fi dhimma Namni Amantaa qabu
    kamiyyuu hin raawanni taachaas addeessaniiru.