Qulqulina miidhaginaaf hawaasni akka tumsu waamichi dhiyaate
Magaalaan Dirree Dhawaa qulqulluu fi miidhagduu akka taatu hawaasni koosiiwan iddoo sirriitti qabuun qaamolee qulqulleessaniin akka qulqulleefamu taasisuu irrattii fi iddoo hin malle keessattuu daadiiwan irratti gatuun miidhaginaa fi qulqulina magaalattii balleessuun dhibeewaniif saaxilamuun duratti shoora gama isaa bahachuu akka qabu Ejansii Qulqulinaa fi Miidhagina Magaalaan Dirree Dhawaatti Abbaan Adeemsa Hojii Misooma Magariisaa , Iddoowan…


