‹‹ቤቶችን ለመንግስት ያለማስተላለፍ ችግር አሠራራችን ላይ ማነቆ ፈጥሯል››

    የመረጃ አያያዝ ክፍተትም ለህገ-ወጥነት በር ከፍቷል፡፡ አቶ እውነቱ ወርቅነህ የድሬዳዋ አስተዳደር ቤቶች ኮርፖሬሽን ስራ አስኪያጅ የፌደራል ቤቶች ኮርፖሬሽን ድሬዳዋ ቅርንጫፍ የሆነው የድሬዳዋ አስተዳደር ቤቶች ኮርፖሬሽን ቅርንጫፍ ጽ/ቤት የስድስት ወራት የስራ አፈጻፀሙን ለጋዜጠኞች በሰጠው ጋዜጣዊ መግለጫ አስታውቋል፡፡ በአፈፃፀሙም በርካታ ያልተከፈሉ ውዝፍ እዳዎችን የማስከፈል፣ በህገ ወጥነት የተያዙ ቤቶችን የማስመለስ፣ ከእገዳ በፊት የኮርፖሬሽኑን መመሪያ ለደንበኞች ቀድሞ የማስተዋወቅ፣ ቅርንጫፍ…

    Read More

      በአትሌቲክስ ምስራቁን የሀገራችን ክፍል ወጣቶች ዉጤታማ ለማድረግ በጋራ እየተሰራ መሆኑ ተገለፀ።

      ምስራቁን የሀገራችን ክፍል ማለትም የሶማሌ ክልል፣ የሀረሪ ክልል፣ ምስራቅና ምዕራብ ሀረርጌን እና የድሬደዋ ከተማ አስተዳደር የሚገኙ የአትሌቲክስ ፍላጎትና ተሰጦ ያላቸዉን ወጣቶች ዉጤታማ እንዲሆኑ ለማስቻል መሰረታዊ ድጋፍ በማድረግ በአትሌቲክስ ምስራቁን የሀገራችን ክፍል ወጣቶች ዉጤታማ ለማድረግ በጋራ እየተሰራ መሆኑ የድሬዳዋ ወጣቶችና ስፖርት ኮሚሽን የኮሚሽነሩ ተወካይ እና ወጣቶችን የማሳተፍና ማብቃት ዳሬክቶሬት ዳሬክተር አቶ እስክንድር አህመድ ገለፁ ፡፡ ቡድኑ…

      Read More

        Qulqulina miidhaginaaf hawaasni akka tumsu waamichi dhiyaate

        Magaalaan Dirree Dhawaa qulqulluu fi miidhagduu akka taatu hawaasni koosiiwan iddoo sirriitti qabuun qaamolee qulqulleessaniin akka qulqulleefamu taasisuu irrattii fi iddoo hin malle keessattuu daadiiwan irratti gatuun miidhaginaa fi qulqulina magaalattii balleessuun dhibeewaniif saaxilamuun duratti shoora gama isaa bahachuu akka qabu Ejansii Qulqulinaa fi Miidhagina Magaalaan Dirree Dhawaatti Abbaan Adeemsa Hojii Misooma Magariisaa , Iddoowan…

        Read More

          Gama Atleetiksiin kutaa Baha Biyya teenyaa milkeessuuf qindoominaan hojjatamaa jiraachuun ibsame

          yeroo jalqabaaf kan Hundeefame Gareen AtleetiksiiAfran Qalloo Shaakallii jalqabe kutaa Baha Biyya teenyaa Itiyoophiyaatti Yeroo jalqabaaf kan Hundeefame Gareen Atleetiksii Waldayni Garee Atleetiksii Afran Qalloo sochii shaakallii Ispoortii geggeessuu jalqabeera . Ganama kana jechuuniis Amajjii 27, 2012 Garee Atleetiksii Afran Qalloo sochii shaakallii Ispoortii geggeessaa jiran deegarsaa fi hamilee Garee Atleetiksii Afran Qalloo kanaaf kan…

          Read More

            Abbaan Taayitaa Galiiwan Karoora qabate harka 82.18 milkeessuu beeksise

            Bara Bajataa 2012 tti Karoora raawachuuf qabatee ji’oottan 6 kan raawachuu qabu keessaa Dhibbeentaa harka 82.18 milkeessuu beeksisuu kan danda’e taachaa Daayireektariin Ol’aanaan Abbaan Taayitaa Galiiwan Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Kaalid Mahama beeksisan. Obbo Kaalid kan kan beeksisan ganama kana Waajira isaaniitti Karoora raawii Hojii ji’oottan 6 ilaalchisuudhaan Ibsa Gaazexeesitootaaf laataniin akka jedhanitti walakkaa waggaa…

            Read More

              Hojii Baruu fi Barsiisuu Yuunivarsitiif Hawaasni Bulchiinsaa marti ga’ee isaa akka gumaachu waamichi dhiyaate

              Yuunivarsitii Dirree Dhawaa Hojii Baruu fi Barsiisuu haala Nageenyaan itti-fufsiisuuf Ganama arraa jechuuniis Amajii 7 Marii Koonfiransii Nageenyaa geggeefame irratti ergaa kan dabarsan Itti-Aanaan Kantiibaa Bulchiinsaa Obbo Ahmad Mahamad Buuh Hojii Baruu fi Barsiisuu Yuunivarsitiif Hawaasni Bulchiinsaa marti ga’ee isaa akka gumaachu waamichi dhiheessaniiru. Yuunivarsitii Dirree Dhawaatti Pirezidaantiin Itti-Aantuu Dr. Ubaah Adam akka jedhanitti rakkoo…

              Read More

                Dhaloota hegereef Dirree Dhawaa mijooftuu dabarsuuf Eegumsa Naannoof hojjachuu qabna

                Bulchiinsa Dirree Dhawaa Koonfiransii haala qabiinsaa Qabeenya Uumamaa , Eegumsa Naannoo ,Bosonaa fi Jijjiirama Qilleensaa irratti geggeefame irratti argamuun haasawa baniinsaa kan taasisan Afa-yaa’iin Mana Marii Bulchiinsa Dirree Dhawaa Kabajamtuu Adde Faxum Musxafaa Dhaloota hegereef Dirree Dhawaa mijooftuu dabarsuuf Eegumsa Naannoof hojjachuu qabna jedhan. mariin Koonfiraansii geggeefame kana irratti barruun qorannoo kan haala qabatamaa qabiinsaa…

                Read More

                  Waggaa 80 booda Ragaa Abbaa Qabiyyee Lafaa (Kaartaa) argattan

                  Dhaabilee Amantii kanneen guyyaa har’a Ragaan Abbaa Qabiyyee Lafaa (Kaartaa) kennameef kanneen Umrii waggoottan saddeetamii booda argachuu waan danda’aniif gammachuun ol’aanaan akka itti dhaga’ame Abbootiin Amantaa sirna kana irratti haasawa taasisaniin ibsan. Wal-tajjii kana irratti Itti-Aanaan Kantiibaa Bulchiinsa Hooganaan Biiroo Daldalaa Indastirii fi Invastimantii Obbo Kadiir Juhaar kanaan boodaas dhaabilee Amantaa kanneen Iddoo waaqefannaa hin…

                  Read More

                    Koreen Yaa’ii Dhaabilee Amantii gocha Magaalaa Mooxaatti raawatame balaalefattan

                    Koreen Yaa’ii Dhaabilee Amantii Bulchiinsa Dirree Dhawaa Baha Goojaam Magaalaa Mooxaatti gocha dhaabilee Amantaa irratti raawatame kan Amantaa kamiyyuu bakka hin buunee fi gocha balaalefattan taachaas ibsan Sirna kenniinsa Ragaa Abbaa Qabiyyee Lafaa geggeefame irratti Abbootiin Amantaa haasawa taasisaniin gocha kana kan balaalefattan taachaa addaassaniiru. Sirna kenniinsa Dhaabilee Amantii jechuuniis 82 Ragaa Abbaa Qabiyyee Lafaa…

                    Read More

                      Dhaabilee Amantii 82 Ragaa Abbaa Qabiyyee Lafaa laatame

                      Bulchiinsa Dirree Dhawaatti kan argaman Dhaabilee Amantii jechuuniis 82 Ragaa Abbaa Qabiyyee Lafaa Ganama arraa haala miidhagaa ta’een laatameera. Dhaabilee Amantii kanneen guyyaa har’a Ragaan Abbaa Qabiyyee Lafaa (Kaartaa) kennameef kun Dhaabilee Amantaa Muslimaa ykn Masgiidotaa fi Iddoo Awaalchaa walumatti dhaabilee 66 , kan Ortoodoksii 9 fi kan Pirooteestaantii 7 walumaa galatti dhaabilee 82 Ragaa…

                      Read More