Abbaa Qulqulluu Dr. Abuna Aragawi baga Ayyaana Bara Haaraa 2013 isinga’e jechuun hawwii gaarii dhaaman

    Abbaa Qulqulluu Dr. Abuna Aragawi Ayyaana Bara Haaraa 2013 ilaalchisuun Ummata Bulchiinsa Dirree Dhawaa fi Biyya Teenya Itiyoophiyaa maraan baga Ayyaana Bara Haaraa 2013 isinga’e jechuun hawwii gaarii dhaaman. Abbaa Qulqulluu Dr. Abuna Ayyaana bara haaraa kana yeroo kabajnu Namoota rakkatoo deegaruun keessattuu namoota buqa’anii jiran namoota Dhibee Koronaatiin Rakkoodhaaf ssaaxilamanii jiran deegaruudhaan kabajuu akka…

    Read More

      Kantiibaan Bulchiinsa Dirree Dhawaa Ergaa Bara haaraa 2013 ittiin isin ga’ee dabarsan.

      Kantiibaan Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Ahmad Mahamad Buuh Bara Haaraa Simmachuuf jennu ilaalchisuun ergaa Ummata Bulchiinsa Dirree Dhawaa fi Biyya Teenya Itiyoophiyaa maraan baga Ayyaana Bara Haaraa 2013 isinga’e jechuun hawwii gaarii dhaaman. Obbo Ahmad Mahamad Bara 2013tti rakkoo hoji dhabdummaa , Bulchiinsa gaarii fi Olaantummaa seeraa kabajchiisuudhaaf hojiiwan gurguddoon karoorfamuu eeranii kanaafiis hawaasni Bulchiinsaa…

      Read More

        Haala balaa Tiraafikaa irrisuun danda’amu irratti mariin geggeefame

        Waajirri Abbaa Taayitaa Geejiba Federaalaatti Daayireektariin damee Dirree Dhawaa qaamolee ga’ee waliin haala ittiin balaa Tiraafikaa irrisuun danda’amu irratti mariin geggeefameera. Wal-tajjii marii kana irratti sadarkaa balaan Tiraafikaa irratti argamu , sababoottan balaa tiraafikaa fi haala ittiin irrisuun danda’amu kan hammate barruun dhiyaatee mariin irratti geggeefameera. Sochii Waajirri Abbaa Taayitaa Geejiba Federaalaatti Daayireektariin damee Dirree…

        Read More

          Gatii meeshaalee Ayyaana Bara Haaraa tasgabaa’aa taachaa namootni yaada nuuf laatan ibsan

          Bulchiinsa Dirree Dhawaa iddoowan gabaa gara garaatti haala Gatii meeshaalee  kan Ayyaana Bara Haaraa walqabatee jiru ilaalchisuudhaan jidugaloota gabaa kanneen gara garaa keessatti namoota gaafannee yaada nuuf laatan Gatii meeshaalee  Ayyaana Bara Haaraa tasgabaa’aadha jedhan. jidugala gabaa Qafiiraatti Namoota dubbifne keessaa Adde Imabeet Mogos yaada nuuf laatan Gatii meeshaalee Ayyaana Bara Haaraa tasgabaa’aadha jedhan. jidugala…

          Read More