Haala balaa Tiraafikaa irrisuun danda’amu irratti mariin geggeefame

    Waajirri Abbaa Taayitaa Geejiba Federaalaatti Daayireektariin damee Dirree Dhawaa qaamolee ga’ee waliin haala ittiin balaa Tiraafikaa irrisuun danda’amu irratti mariin geggeefameera.
    Wal-tajjii marii kana irratti sadarkaa balaan Tiraafikaa irratti argamu , sababoottan balaa tiraafikaa fi haala ittiin irrisuun danda’amu kan hammate barruun dhiyaatee mariin irratti geggeefameera.
    Sochii Waajirri Abbaa Taayitaa Geejiba Federaalaatti Daayireektariin damee Dirree Dhawaa “ Qaaqmee hanga Qaaqme ni geenya jedhuun ” dhaadannoo jedhuun geggeefamaa jiruun hojiin sakata’iinsaa fi hubannoo uumuu gara garaa raawatamaati jira.