Guddina Daa’imman Hegereef xiyyeefanaan barbaachisaa jedhame.

    Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Marsaa 2 ffaa deegarsaa fi daawannaa daa’imman sababoottan gara garaattiin maatii isaanii irraa adda bahanii jiddugala tursiisa daa’immanii kan Biiroon dhimma Dubartootaa fi Daa’immaniitti argaman yeroo daawaannaa fi deegarsa hojjatoonni Biiroo Dhimma Komunikeeshinii taasisan irratti Hooganaan Biirichaa Obbo Isqiyaas Taafasaa guddina daa’imman hegeree biyyaaf xiyyeefannaan kennuun barbaachisaa jedhan. Hoogantuun Biiroo Dhimma Dubartootaa…

    Read More

      Guyyaan Sabaa Sablamootaa fi Ummatootaa 15ffaan haala miidhagaan kabajan.

      Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Guyyaan Ayyaana Sabaa Sablamootaa 15 barana ”Wal-Qixummaa Sabdaneessaa Tokkummaa fi Badhaadhina Gamtaaf ” dhaadannoo jedhuun guyyaa Ayyaana Sadaassa 29 kan 15ffaa kabajamaa ture haala miidhagaa fi hawwataa ta’een wal tajjiin goolabiin arra geggeefameen kabajame. Wal tajjii kana irratti haasawa kan taasisan Afa-yaa’iin Mana Marii Bulchiinsaa Kabajamtuu Adde Faxum Musxafaa akka jedhanitti ayyaanni…

      Read More