Dirree Dhawaatti manneen waliin jireenyaa ( Kondomiiniyamii ) kum 50 waggoottan itti Aanan 5 keessatti ijaaruuf barruuwan Qorannoo taasifamaa turan irratti hoogantoonni Ol’aanoon Bulchiinsaa mari’atan.
Manneen kum 50 waggoota 5 itti aananitti ijaaruufi.


