Hooggantoota Juuntaa ABUT bakka isaan jiraan kan eereef Birriin miiliyoona 10 badhaasaaf qophaa’u Raayyaan Ittisa Biyyaa beeksise.

    Leetanaal Jenaraal Asiraat Denneeroo guyyaa har’aa akka ibsanitti hooggantoota Juuntaa ABUT yeroo gabaabaa keessatti too’annoo jala oolchuuf carraaqqii taasifamuuf badhaasni qophaa’uu beeksisaniiru.