Nagaanyaan cinatti tokkummaa fi waliin jireenya hawaasaa cimsuuf hojjanna.

    Magaalaa Dirree Dhawaattii jiraatonni Araddaa 08 nageenya naannawa keenya eegachuun tokkummaa fi waliin jireenya hawaasa keenyaa cimsuuf akka hojjachaa jiran ibsan.