Ilaalcha jibbasaa balleessuun tokkumaa fi Danoommaa cimsuun jijjiirama akka biyyaatti jalqabame milkeessuu irratti hunduu shoora gama isaa akka bahatan dhaamsi darbe.

    Waltajjii Gumiin Dhaabilee Amantaa Itiyophiyaa Baankii Daldala Itiyoophiyaa waliin ta’uun magaalaa Dirree Dhawaatti geggeefama ture xumurameera.