Korporeeshiniin Manneen Kiraa Federaalaatti Itti gaafatamaan damee Dirree Dhawaa Obbo Uwnatu wixinee fooyyessa Kiraa Manneen Daldalaa irratti akka ibsanitti gatii manneenii kun waggoottan darbanitti kan itti hojjatamaa turee haala qabatamaa ammaan kan wal hin simanne waan ta’eef wixineen fooyessaa kun kurfeeyfamaa jiraa jedhan.
Kiraan Manneen Daldalaa foyyefamuufi.


