Bulchiinsa Dirree Dhawaatti wal-tajjii Gamagammii Karoora Raawii Hojii dhaabilee Raawachiiftotaa geggeefamaa kan ji’oottan 6 bara 2013 irratti geggeefamaa jiruun guyyaa Arraa jechuuniis Amajjiii 5 bara 2013 Waaree booda gamagammii taasifameen Karoora Raawii Hojii Damee Hawaasummaa jechuuniis Gabaasni Raawii Hojii Biroo Barnootaa fi Biiroo Eegumsa Fayyaa Hoogantoota Biiroolee lamaaniin dhiyaatee mariin bal’aan irratti geggeefameera.
wal-tajjii Gamagammii Karoora Raawii Hojii dhaabilee Raawachiiftotaa kun yeroo ammaas geggeefamuu itti fufeeti jira.


