Jiila Pireezidaant Saahilawarq Zawdeen durfamuuf Simannaan Taasifame

    Buufata Xiyaara Idil-Adunyaa kan Dirree Dhawaatti Jiila Pireezidaant Saahilawarq Zawdeen durfamuuf Simannaan Taasifame kana irratti Itti-Aanaa Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaarii Preezdaantiin naannoo Hararii obbo Ordii Badrii fi itti Aantuun pirezidaantii naannichaa Aadde Missiir Abdallaa fi hoogantoonni gara garaa simmaannaa taasisuun Jillichi gara Naannoo Harariitti imaleera.