Daldaltoota gatii meeshale nyaataa irratti akkaan dabalaa 171 irratti Tarkaanfiin fudhatame jedhame.

    Bulchiinsatti Qaala’iinsa jireenyaan Gabaa tasgabbeessuun walqabatee gaaffiiwan Walitti Qaboo Koreewan dhaabbii kan keessattuu yeroo gara yerootti gatiin meeshaalee nyaataa irratti akkaan dabalan Dukaanota 171 irratti Tarkaanfiin Ugguruu fudhatame jedhame.
    Qaala’iinsa jireenyaa keessattuu yeroo gara yerootti gatiin akkaan dabalaa dhufeen walqabatee
    Manneen Daldalaa kanneen keessattu meeshaalee nyaataa irratti gatii akka malee dabalan Dukaanota 171 irratti Tarkaanfiin Ugguruu fudhatame jedhame.
    Omishni barbaachisaan macaaqoo nama dhuunfaa taanaan rakkoon isaa danuudha.
    Karaa biraas seera kabachiisuu, kufaatii gabaa xiqqeessuu, dhiyeessii akaakuu nyaataa hawaasni itti gargaaramu tokko tokko dhiyeessuu danda’uu, mallaqa to’achuufi kkf irratti hojjechuun hanga tokko qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuu danda’a.
    Darbees namni tokko qofti omishota barbaachisoo harka keessa galfachuun akka ummata hindararreef itti yaaduun irratti hojjechuun gaariidha.