Ibsa Gaddaa Gocha gara jabeenyaa fi sukanneessaa garee ABUT lammiilee keenya jiraatota Naannoo Affaarritti raawwateen gadda itti dhaga’amuu Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaa ibse.

    Bulchiinsi Magaalaa Dirree Dhawaa Gocha gara jabeenyaa fi sukanneessaa kan ajjeechaa Daa’immaanii fi dubartootaa naannoo Affaarritti gareen ABUT lammiilee nagaa irrratti raawwateen gadda itti dhaga’ame Bulchiinsi Magaalaa Dirree Dhawaa ibseera. Bulchiinsi Magaalaa Dirree Dhawaa ibsa gaddaa baaseen gareen TPLF fi Humnoota ergamtoonni isaanii Shiraa fi Gocha Sukanneessaa lammiilee nagaarratti raawwateen gadduu eeruunirratti rawwatee kun kayyoo…

    Read More