Bulchiinsi Magaalaa Dirree Dhawaa Gocha gara jabeenyaa fi sukanneessaa kan ajjeechaa Daa’immaanii fi dubartootaa naannoo Affaarritti gareen ABUT lammiilee nagaa irrratti raawwateen gadda itti dhaga’ame Bulchiinsi Magaalaa Dirree Dhawaa ibseera.
Bulchiinsi Magaalaa Dirree Dhawaa ibsa gaddaa baaseen gareen TPLF fi Humnoota ergamtoonni isaanii Shiraa fi Gocha Sukanneessaa lammiilee nagaarratti raawwateen gadduu eeruunirratti rawwatee kun kayyoo badanii balleessuu taachaa kan eere ibsi kun Gareen shororkeessa ABUT ajjeechaa sukanneessaa daa’immaanii fi dubartootaa irratti raawachaa jiru kun
Itiyoophiyaan humnoota Juuntaafi ergamtoota isaaniin kan diigamtu osoo hin taanee, tokkummaa uummattoota biyyattiin ijaaramtee kan ceetu taachaas ,kan eere ibsi kun Gochaan humni TPLF yeroo amma kana uummattoota biyyattii irra guddoonimmoo Uummata Tigraayirratti raawwataa jiruu badisa isaa saffisiisaa jedhan.
Hagayya 5, 2013
Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaa
Dirree Dhawaa/Itoophiyaa


