Birmadummaa biyyaaf dhaabbachuun gootummaa gootummaa caalu jedhan.
Hojjattoonni Biiroo Dhimma Komunikeeshinii Bulchiinsa Dirree Dhawaa dhimma haala yeroo irratti marii geggeessan irratti yaada kaasaniin Birmadummaa biyyaaf dhaabbachuun gootummaa gootummaa caalu jedhanii Ityoophiyaa baraaruuf tumsa nurraa eegamu hunda ni goona jedhaniiru. Hojjattootaa fi Hoogantoonni Biiroo Dhimma Komunikeeshinii Bulchiinsa Dirree Dhawaa Dhimma haala yeroo biyyaalessaa fi Waamicha MM Itoophiyaa lammileen Itoophiyaa haleellaa garee shororkeessaa TPLF…


