Itoophiyaa Baraaruu fi Ijaarsa Hidha-Haaroomsaa Milkeessuuf qabnu keenyaaf:-
Nan Duula;
Yoomiyyuu,
Eessattuu,
Waan Hundaan!
”Itoophiyaa Baraaruuf Fageenya kamiyyuu niin Imala, Wareegama hundaayuu nan Wareegama ” dhaadannoo jedhuun Dirree Dhawaatti Waamicha Sochii Imala Miilaa Buufata Dirree Baaburaa ga’eera.
Boru Ganamajalqabe bara 2013tti Tumsaa fi deegarsa Dhimmoottan ijoo Yeroo kan Biyya teenyaa kan ta’an Itoophiyaa Baraaruu fi Milkaa’ina Ijaarsa Hidha-Haaroomsaa keenyaaf calaqisiisuuf Sochii Imala Miilaa geggeefamaati jira.
* Sagalee tokkoomeen milkaa’ina Duula Itoophiyaa Baraaruu irratti Ejjannoo qabnu mul’isuuf
* Ogeeyyii Aartii waliin taanee Gootummaa Humna Raayyaa Ittisa Biyyaaf keenya daran Onnachiisuun Deegarsaa fi Hamilee haa laannuu.
‘ Jiraattonni Dirree Dhawaa hundi keenya tokkumaan taanee Itoophiyaa haa ol fuunuu’


