Itoophiyaan qajeelfama ”COVID-19” Koronaa ittisuu fi to’achuuf bahee hojiirra jiru jijjiirte!

    Itoophiyaan qajeelfama Koronaa ittisuu fi to’achuuf bahee hojii irra ture jijjiiree Hagayya 13/2013 irraa eegalee kan hojii irra oolu Qajeelfama Koronaa ittisuu fi to’achuuf bahee Qajeelfama L.K 803/2013) tti jijjiirte. Itoophiyaatti lakkoofsi namoota koronaavaayirasiin du’aniifi kanneen kutaa warra jabaa dhukkubsataniitti dabarfaman haala baay’ee rifaasisaa ta’een dabalaa jiraachuu hordofee qajeelfamni weerara dhibee kanaa ittisuufi to’achuuf gargaaru…

    Read More

      Waltajjiin Og-Barruun Tokkummaa Biyyaaf geggeefamaati jira.

      Waltajjiin Og-Barruun Tokkummaa Biyyaaf geggeefamaati jira. Duula Biyya Baraaruu geggeefamaa jiru Sababeefachuun ”Og-Barruun Tokkummaa Biyyaaf ” dhaadannoo jedhuun Waltajjiin Og-Barruun geggeefame irratti Itti Aanaan Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaa Obbo Ahmad Mahamad Buuh haasawa taasisaniin akka jedhanitti Og-Barruun Tokkummaa eegsisuu fi Birmadummaa biyya teenyaa Itoophiyaa kabajchiisii keessatti shoora ol’aanaa kan gumaachaa ture jedhanii ammaas Raayyaa…

      Read More