Waltajjiin Og-Barruun Tokkummaa Biyyaaf geggeefamaati jira.

    Waltajjiin Og-Barruun Tokkummaa Biyyaaf geggeefamaati jira.
    Duula Biyya Baraaruu geggeefamaa jiru Sababeefachuun ”Og-Barruun Tokkummaa Biyyaaf ” dhaadannoo jedhuun Waltajjiin Og-Barruun geggeefame irratti Itti Aanaan Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaa Obbo Ahmad Mahamad Buuh
    haasawa taasisaniin akka jedhanitti
    Og-Barruun Tokkummaa eegsisuu fi Birmadummaa biyya teenyaa Itoophiyaa kabajchiisii keessatti shoora ol’aanaa kan gumaachaa ture jedhanii ammaas Raayyaa Ittisa Biyyaaf keenya Hamilee laachuun haa Onnachiifnuu jedhan.
    Waltajjicha irratti Ogeeyyii Aartii Og-Barruuwan Humna WaltajjiinRaayyaa Ittisa Biyyaaf Onnachiisuu fi hamilee uuman kanneen gara garaa dhiheessaniiru.
    Nan Duula;
    Yoomiyyuu,
    Eessattuu,
    Waan Hundaan!