Kurfii Kabaja Guyyaa Sadaassa 29 irratti mariin geggeefamaati jira. Afa-Yaa’iin Mana Marii Federeeshinii Kabajamoo Obbo Adam Faaraah fi Kantiibaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa

    Obbo Kadiir Juhaarin kan duurfame Kurfii Guyyaa Sabaa, Sablamootaa fi Ummatoota Itoophiyaa Marsaa 16 Sadaasa 29 taasifamaa jiru irratti mariin geggeefamaati jira.