GALAALCHA DIRREE 11

    Manni Marii Gamtaa Dhaabilee Siyaasaa Dirree Dhawaa Filannoo Biyaalessaa marsaa 6ffaa milkawaa taachaa ibse.

    Manni Marii Gamtaa Dhaabilee Siyaasaa Dirree Dhawaa kan Filannoo
    Biyyaalessaa marsaa 6ffaa Bulchiinsatti Dorgomaa turan milkawaa fi kan
    bu’urri Dimokraasii itti kaa’amee jechuun Bulchiinsaa fi qaamolee shoora
    gumaachaniis galateefatan……GALAALCHA DIRREE oro 11Wixata – Waxabajjii 28- 2013

    Artist Haacaaluu albamii osoo hojjechaa jiruu irraa ajjeeffame maaliif ‘Maal Mallisaa’ jedhe?

    Artist Haacaaluu Hundeessaa
    Waxabajjii 29 bara 2020 magaala Finfinnee keessatti erga ajjeefamee
    waggaa tokko guuteera.Jaallattootni Art. Haacaaluu ajjeechaan isaas, adeemsi haqaa isaas gaaffii guddoo akka itti uumetti waggaan tokko xumuramuu himu….GALAALCHA DIRREE oro 11Wixata – Waxabajjii 28- 2013