GALAALCHA DIRREE 12

    Aadaa Dirreen ittiin beekmtu kan Nageenyaa fi Tokkumaa akka Dagaaguuf Biqiltuu Nageenyaa kana dhaabnee jedhan.

    MFDRI tti Ministeerri Ministeera Nageenyaa Adde Mufaariyaat Kaamiil
    Geggeesota Ol’aanoo Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaa waliin duula
    biqiltuu dhaabuu geggeessan irratti haasawa taasisaniin akka ibsanitti Aadaa
    Ummatni Dirree Dhawaa tokkumaan waliin jiraachuun ittiin beekamu deebi’ee
    akka Dagaaguuf Biqiltuu Nageenyaa kana dhaabnee jedhan….GALAALCHA DIRREE 12 oro 12 Wixata – Adoolessa 5 – 2013 ALH