GALAALCHA DIRREE 13

    Ibsa Dhimmoota haala Yeroo irratti Bulchiinsa Dirree Dhawaa irraa kenname.

    Ibsa Dhimmoota haala Yeroo irratti Itti Aanaan Kantiibaa Bulchiinsaa fi
    Hooganaan Biiroo Daldala,Indastirii, fi Investimentii Obbo Kadiir Juhaar
    Dhimmoota haala Yeroo irratti ibsa bal’aa akka Bulchiinsa Dirree Dhawaatti ganama
    arraa Gaazexeesitootaaf laataniiru….GALAALCHA DIRREE 13 oro 13 Wixata – Adoolessa 12 – 2013 ALH

    Barcuma luka sadii fi hidhata seenaa aadaa Oromoo Jimmaa waliin qabu

    Jimma muka kabajaa sadiin keessummaa simata’ – Abdulkariim Abbaa Garoo
    Barcumni luka sadii kan aadaa Oromoo, keessattuu Oromoo Jimmaa
    biratti akkaan beekamu erga dhiheenya keessa midiyaa haawaasaa fi namoota
    garaa garaatiin ijoo dubbii ta’ee ture.Waa’een barcuma kanaas qondaaltoota
    motummaatii hanga walliisaa akkasumas fayyadamtoota miidiyaa hawaasaatiin
    mata duree haasaa ta’ee ture…..GALAALCHA DIRREE 13 oro 13 Wixata – Adoolessa 12 – 2013 ALH