Guutiinsa Bishaanii marsaa 2ffaan hidha haaromsa Guddichi Ityoophiyaa ilaalchisuun mariin paanaalii Biyyaallessaa geggeefame.
Qopheessummaa Yuunivarsitii Dirree Dhawaattiin Ijaarsa Hidha Haaromsaa
walitti hidhamiinsa diinagdee naannichaa cimsuun nageenyaf faayidaa qabu
irratti mariin paanaalii Biyyaallessaa kan Hayyoonni Biyya teenyaa baay’een
Qorannoowan gara garaa kan dhimma Ijaarsi Hidha Haaromsaa walitti hidhamiinsa Hawaas-Dinagdee fi Siyaasaa cimsuun Guddinaa fi nageenya naannichaaf bu’aa qabaachuu danda’u irratti qorattoonni damichaan qorannoowan
qopheessan dhiheessuun mariin paanaalii irratti geggeefameera…GALAALCHA DIRREE 17 Wixata – Hagaya 10 – 2013oro 17
Odaan Oromoo Biratti hiika maalii qaba?
Bakka Oromoon jiru huna Odaan jira. Baadiyaatti odaan gaaddisa looniifi bakka araaraafi jaarsummaan itti gaggeeffamudha.
Uumamsaa galma waan fakkaatuuf bakka seera itti tumatanii fi yaa’iin
firaallee itti ba’aniidha. Akkasumas Oromiyaa keessatti hasxaafi faajjiin,
alaabaa fi chaappaan Odaa qabu. Faayaan mormaafi harkaa akkasumas uffati aadaa
Odaan miidhagu….GALAALCHA DIRREE 17 Wixata – Hagaya 10 – 2013oro 17


