Dhaabbilee barnoota Ol’aanoo Fooramii ICT Misoomaaf geggeessuu jalqabe.
Qopheessummaa Ministeera Saayinsii
fi Dhaabbilee Barnoota Ol’aanoo fi Yuunivarsiitii Dirree Dhawaa Fooramii
Misooma ICT geggeefamuu jalqabe.Kurfii Fooramii ICT Misoomaaf geggeefamuu jalqabe kana irratti Haasaa baniinsaa kan taasisan Deetaa Ministeera Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota Ol’aanoo Dr. Saamu’eel Kiflee akka ibsanitti carraa bal’aa ‘ ICT ‘ Misooma roga maraa deegaruun fi qulqullina hojii baruu fi barsiisuu guddisuun cinatti kan ammayyeessuuf jedhan……Oro 20 Wixata – Qaammee 1 – 2013
Bineensota bosonaa Itoophiyaa: Seenaa bineensota to’annaa namootaa jala turanii
Leenca Dolloo jedhamu, wayita to’annoo namaa jala turetti irraa adda baasuun haala balaaf isaan saaxiluun akka jiraatan taasisuun yakka dha. Bineensoota daggalaa fi simbirroota
bakka uumamaan keessa jiraachu qaban Kana malees seeraan ala biyyaa akka
bahanis ni taasifamu. Haaluma seeraan ala biyyaa baasuuf taasifamu kanaan
walqabatees, bineensoonni hedduun du’aaf ni saaxilamu…..Oro 20 Wixata – Qaammee 1 – 2013
Humni Ijaarsa Oromiyaafi Oromummaarraa nu daangessu hin jiru,hin jiraatus.
Oromoon qe’eefi qabeenya isaarratti kabajamee Bilisummaan akka jiraatuuf
meeqatu lubbuu qaalii kanfale,kaanis dararaa hedduu itti argeera….Oro 20 Wixata – Qaammee 1 – 2013


