GALAALCHA DIRREE 20
Dhaabbilee barnoota Ol’aanoo Fooramii ICT Misoomaaf geggeessuu jalqabe. Qopheessummaa Ministeera Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota Ol’aanoo fi Yuunivarsiitii Dirree Dhawaa Fooramii Misooma ICT geggeefamuu jalqabe.Kurfii Fooramii ICT Misoomaaf geggeefamuu jalqabe kana irratti Haasaa baniinsaa kan taasisan Deetaa Ministeera Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota Ol’aanoo Dr. Saamu’eel Kiflee akka ibsanitti carraa bal’aa ‘ ICT ‘ Misooma roga maraa…


