GALAALCHA DIRREE 19

    Jiraattonni Araddoottan Baadiyaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Raayyaa Ittisa Itoophiyaaf Birrii Miiliyoona 3 ol Deegarsa gumaachan.

    Bulchiinsa Dirree Dhawaa Kilaastaroota Afranitti Jiraattonni
    Araddoota Baadiyaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf Deegarsa Akaakuu fi Maalaqa
    jechuuniis Diboottan 25, Korbeeyyii Re’ee 85 , Gaallan 2 fi Maalaqaa walumaagalatti deegarsa Birrii Miiliyoona 3 ol shalagamu Deegarsa gumaachan….Wixata – Hagaya 21 – 2013 Oro 19

    Bineeldota basaasummaaf fayyadan

    Adurree, simbira halkaniifi kanneen biroo: Seenaa bineeldota basaasummaaf
    fayyadan Seerri basaasummaa 1ffaa-basaastuu hin fakkaatiinidha. Tibbana gosti qurxummii Beluga whale jedhamu, basaasaa Raashiyaati  jedhamuun qabamuunsaa dubbii ijoo taheera. Beluga whale maqaasaa yoo taheef- qaamolee bishaanii Norweey keessa jiraata, bineensota basaastummaaf fayyadan keessaati.Garuu dogoggora bu’uuraa waa faana bu’uu irratti hojjete….Wixata – Hagaya 21 – 2013 Oro 19

    Dhugaa Itoophiyaa mul’achaa jirti

    Yeroo maraa osoo hin bar’in dura ni duukkana’aa. ce’umsa halkanii fi
    bari’uu keessaas ni darbama. Ibsa Ministira Muummee irraa
    laatameAkka dukkana’eetti yoo hafees? Yookiiniis barii’uu yoo baatees jennee hin sodaannuu.bar’uun isaa hin haafuu waan ta’eef……Wixata – Hagaya 21 – 2013 Oro 19