GALAALCHA DIRREE 18

    Kantiibaan Bulchiinsaa Hirmaatota Deegarsa Gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaaf Sochii Imala Miilaa irratti hirmaatan galateefattan

    Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaatti
    ‘’Itoophiyaa Baraaruuf Fageenya kamiyyuu niin Imala, Wareegama
    hundaayuu nan Wareegama ‘’ dhaadannoo jedhuun Sochii Imala Miilaa kan
    akkaan miidhagaa geggeefame irratti Kantiibaan Bulchiinsa Dirree Dhawaa
    Obbo Ahmad Mahammad Buuh haasawa sirna goolabbii Sochii Imala Miilaa
    kan Deegarsa Gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaaf geggeefame irratti haasawa taasisaniin Hirmaatota Sochii Imala Miilaa irratti hirmaatan galateefattan….Wixata – Hagaya 17 – 2013oro 18

    Waa’ee tulaa saglan Booranaa maal beektu?

    “Waaqni dhala namaa waan hedduu barsiisee biraa deeme. Akkatti tulaa qotan
    barsiise. Iddoon wanta kana itti barsiises Dubluq jedhama” Obbo Jaatanii Diidaa.
    Akka waaqaa sii roobe akka haadhaa si tooye
    Akka abboo keetii yaame dur-golliseAkka ayyoo teetti bu’ee maddaa
    yooyyise“Osoo tulaan saglan hin jirree Booranni
    fulaa itti godaanu hin qabu ture, har’a hin gahus ture” jechuun gahee olaanaa tulaan
    jireenya horsiise bultoota Booranaa keessatti qabu manguddoo Borbor B…..Wixata – Hagaya 17 – 2013oro 18