GALAALCHA DIRREE 22
Dhibbaa Koronaa-19 Roga industirii turizimii irraan ga’e irrissuuf hojjatama jiraa jedhame. Adunyaa irratti mudachuu dhibee weeraraa Vaayirasii Koronaa-19 Dhibbaa Industirii Turizimii irraa ga’aa jiru irrissuun damicha dadamaqsuun Bu’aawwan Roga dinagadee fi hawasummaa damee industirii turizimii irraa argamuu qabu milkeessuuf karoorfamee kan kabajame taachaas Itti gaafatamaan Waajjira Aadaa fi Turizimii Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Muraad Badaawii…


