Sassaabbii Gibiraaf shoorrii Teknooloojii murteessaa ta’uun ibsame.
Sassaabbii Gibiraa Amayeessuun Infoormeeshin Teknooloojiin deegaruun
Amayeessuuf Pirojektii geggeefamaa ture eebbifamee walharkaa fuudhiinsi
raawwatame…Oro 21 Wixata – Fulbaana 3 – 2014
MAGAALAA DIRREE DHAWAA
Magaalaan Dirree dhawaa magaalaa baha Oromiyaa ona afranqallooti.Afran
qalloon gosoota oromoo keessaa kan bareentooti.Afraan Qallon ilmaan afur
dhale. IsaaniisOborraa ,Dagaa, Baabbile fi Ala kan
jedhamaniidha . tartiiba isaanis waliin haa ilaallu…..Oro 21 Wixata – Fulbaana 3 – 2014
“Kan darbe Gundoo kan hafeef Guddoodha”
Yeroon Of-duuba hin deebite, dhaabbatee nun eegdu, bara Adunyaan
dorgommii akkaa saffisaa keessa seenee akka malee saffisaa jirtu kanatti
Yeroon Sekoondiinu bu’aa ofii fi gatii qabdi namoonnii fi Biyyoonni kana
hubatanii sirnaan itti fayyadaman Sadarkaa Guddina ol’aanaa irra ga’uu
danda’aniiru.Namoonnii fi Biyyoonni kana hubatanii sirnaan itti hin fayyadamin
Sadarkaan Guddina isaanii gadaanaa rakkoolee gara garaan xaxamaa keessa
seenuu daran jiruu fi jireenya ofii fi maatii ofii isaanii geggeessuu fi fedhii
bu’ura dhala namaa kan ta’e nyaata ga’aa nyaatanii jiraachuufillee ni rakkatu……Oro 21 Wixata – Fulbaana 3 – 2014


