GALAALCHA DIRREE 22

    Dhibbaa Koronaa-19 Roga industirii turizimii irraan ga’e irrissuuf hojjatama jiraa jedhame.

    Adunyaa irratti mudachuu dhibee weeraraa Vaayirasii Koronaa-19
    Dhibbaa Industirii Turizimii irraa ga’aa jiru irrissuun damicha dadamaqsuun
    Bu’aawwan Roga dinagadee fi hawasummaa damee industirii turizimii irraa
    argamuu qabu milkeessuuf karoorfamee kan kabajame taachaas Itti gaafatamaan
    Waajjira Aadaa fi Turizimii Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Muraad Badaawii
    ibsan…Oro 22 Wixata – Fulbaana 10 – 2014

    Namoota Biyya Indiyaatti jiraatti du’an

    Namni du’e, lafa qabaachuu hin danda’u. Dhimma kanaan Indiyaatti
    namoonni hedduu du’aniiru jedhamuun galmaa’uun, lafti isaanii irraa
    mulqameera..Maanguddoon Paadesar Yaadav jedhaman kun fayyaa guutuu qabu. Tahus garuu waraqaa irratti duutee jirta jedhamanii galmaa’uu wayita dhagahan
    guddoo nahan….Oro 22 Wixata – Fulbaana 10 – 2014

    Guyyoonni 365 akka nurratti hinhojjenneef irratti haa
    hojjennu

    “Nyaata malee hojii hinbulchatan”
    jedha Oromoon. Miirri kutannoo jijjiiramaaf dhalli namaa qabu gara gara yoo
    ta’u, inni kaan yeroo qabutti haalaan fayyadamee humna guutuun hojjetee
    dinagdeesaa yoo fooyyessu kaanimmoo boru jechaa hiyyuma ofirratti goobsa…..Oro 22 Wixata – Fulbaana 10 – 2014