GALAALCHA DIRREE 26

    Guyyaan Alaabaa dhaabbilee mootummaa Bulchiinsaa kan gara garaa keessattii kabajame

    Guyyaan Alaabaa Biyyaalessaa 14ffaan haala miidhagaa fi hawataa ta’een
    dhaabilee bulchiinsaa tokko Gamoo Kantiibaa bulchiinsaatti Miseensonni
    Kaabinee Bulchiinsaa, Geggeessotni sadarkaa gara garaa, hojjattoonni fi
    Qaamoleen hawaasa gara garaa kan tajaajilaaf mooraa Gamoo Kantiibaa
    ykn Faayinaansii keessa turan gamtaan Faaruu Alaabaa Biyyaalessaa Faarsuu fi
    alaabaa fannisuun kabajameera…..GALAALCHA DIRREE 26 Wixata – Onkkolollessa 08 – 2014 ALI

    ‘Faya Dayi’- fiilmii jiruufi jireenya Oromoo Harargee
    addunyaatti beeksise

    Filmiin ‘Faya Dayi’ kan jiruufi jireenya hawaas- dinagdee hawaasa
    Harargee irratti fulleeffachuun hojjatame, dhiheenya kana addunyaa
    irratti dubbii ijoo ta’aa jira.Daareektarii filmii dubartii Jeesikaa
    Bashir jedhamtuun hojjatame kun badhaasoota hedduus mo’ateera. Jeesikaan
    abbaashee Oromoofi haadhashee lammii Meeksiikoo irraa kan dhalatte yoo tahu
    Ameerikaatti guddattee baratte……GALAALCHA DIRREE 26 Wixata – Onkkolollessa 08 – 2014 ALI

    Itoophiyaa mootummaa haardhaan gara daandii
    haaraatti

    Jijjiiramni mootummaa bara 2010 biyya Itoophiyaatti taasifame gama
    hundaan waanota danuu geddareera. Kanaanis murnoonni siyaasaa, rogeessitoonni alaa galaniiru, mana hidhaatii
    yaafamaniiru…..GALAALCHA DIRREE 26 Wixata – Onkkolollessa 08 – 2014 ALI