Geggeesotni Bulchiinsa Dirree Dhawaa haala yeroo irratti mari’atan.

    Geggeesotni Baadiyaa fi Magaalaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa haala yeroo irratti marii geggeessaniin deegarsa raayyaa ittisa biyyaatiif qaban ibsan.
    Bulchiinsa dirree dhawaatti miseensoonni kaabinee bulchiinsaa deegarsa raayyaa ittisa biyyaatiif qaban ibsanii jiran.
    Naannoo keenya damaqinaan * Ni Eeyna
    Birmadummaa keenyaaf gara adda waraanaati * ni Duula
    Gaachana tahuun waraana keenyaa * ni Deegara!