Dhugaadha #Itoophiyaan teenya nutti ijooleen isii tokkumaan waan dhaabaneef, hobomboleeti yeroo hunda dabraa, diina isii injifanno irraa mulquun moohaa if dura gulufuu itti fuftee jirti. Joolee biyya akaan isin jaalannu baga gamanne. Fuulduraas tokkummaaa Itoophiyaa cimsinee itti fufsiisuun badhaadhina waaraa biyya teenya ni milkeeysina. Yoo tokkumaan dhaabanne dhugatti kana ni goona.
Gootni Muummichi Ministeera Keenya Dr Abbiy Ahmad “Yoo tokkumaan dhaabanne injifachuun keenya oduu simbirtuu hin tahu” ja’ee ture.


