Waamicha Ministira Muummee Itoophiyaa D.r Abiyyi diyaaspooraawwan biyyattiif taasisan hordofuun lammiilee diyaaspooraa jechuunis lammiileen ala jiraatan kan Waamicha kanaan miiliyoona tokko ta’an biyyatti akka dhufan keessaa kan gara Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaa dhufan
Koreen Qindeesituu Bulchiinsatti hundeefamee kan jiru yoo ta’u hojii deegarsaa fi Qindeessaa barbaachisaa taasisuuf akka danda’amu teessoo kanaan akka fayyadamtan jechuun ibsina:-
Lakkoofsa bilbilaa፡-
0254 11-06-63
0915440957
00928191363 fi
0977853708
akkasumaas Daayireektoreetii Qindeessa Diyaasporaa kan Gamoo Kantiibaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Darbii 1ffaa irratti argamutti qaamaan argamuun galmaa’uu akka dandeessan beeksifna.
Hubachiisa፡-deegarsaa fi Hordoffii guutuu argachuuf bilbila kana gubbaatti eerametti qofa fayyadamuu Daayireektoreetii Qindeessa Diyaasporaa kan Gamoo Kantiibaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Darbii 1ffaa irratti argamutti qaamaan argamuun galmaa’uu akka qabdan duursinee hubachiisui barbaanna.


