Hojjatoota waajira Kantiiba waggoota dheeraaf osoo humna isaanii hin qusanne tajaajila gaarii kenaniif kabajaa isaaniin malu kenineefi jira. Yeroo qaaliin hangafoota kiyaa waliin dabarse, amantummaa akkasumaas jaalala hojii nama hinaafsisu waaniin iraa baradheef gammadeetiin jira ani abbaa carraatiis. Adeemsa fuuldura dhaabata keenya sadarkaa isaa guddisuu keeysatti, muuxannoo fi beekumsa baroota dheeraaf gonfattan akka gumaachan abdiin qaba.