Ayyaanni Iid Al Faxiir Dirree Dhawaatti Naga’aan kabajame
Kurfii Salaata Iid Al Faxiir kan bara Hijraa 1445ffaan Dirree Salaata Iidaa tan Magaalaa Dirree Dhawaatti haala miidhagaa fi hawataa ta’een kabajameera. Sagantaa kana irratti argamuun ergaa baga ittiin isin ga’ee kan dabarsan Itti-Aanaan Kantiibaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa fi Hooganaan Hooganaan Biiroo Daldala Indastirii fi Invastimantii Obbo Harbii Buuh Akka slaamummaan Nageenya, Islaamummaan jaalalaa fi…


