Jiraattonni Magaalaa Dirree Dhawaa Hojii Misooma Koriidaraa Hojjetamaa Jiru Waan Danda’aniin Kan deeggaran Ta’uu Ibsan.
Bulchinsaafi Dirree Dhawaatti Hojii Misooma Koriidaraa Marsaa 2ffaa Aanaalee magaalaa 9 n keessatti kan Hojjetamaa Jiru yommuu ta’u, Jiraattonni aanaalee tokko tokko yaada DGCf kennaniiin hojiilee Misooma Koriidaraa Hojjetamaa jiran magaalattiin bareedduufi qulqulluu akka taatuuf hojii hojjetamu waan qabaniin kan deeggaran ta’uu ibsan. Hojiileen Misooma Koriidaraa marsaa kanaatiin ijaarsi daandii suphaa manneen daladalaa daandii moggaa,…


