Manneen Maatii HarkaQalleeyyii 20 Deeggarsa Maallaqaa Imbaasii Itoophiyaa Kan Keeniyaatirraa Argameen Ijaaraman Eebbifamuun Fayyadamtootaaf Furtuun Laatame.
Jiilli Ambaasaaddarootaa Ministeera hajaa Alaa Dr. Geediyoon Ximootiyoosin Durfamu Bulchiinsa Dirree Dhawaatti, Manneen Harka Qalleeyyii 20 hojii tola ooltummaa ji’oota Gannaatiin Baasii Qarshii Miiliyoona 20 Ministeerri Hajaa Alaa Imbaasii Keeniyaa Bulchinsaa Dirree Dhawaa waliin tahuun Aanaa Waahel Araddaa Jalloo Ballinaa Ganda Diddiimtuu Cirriitti ijaarsisan eeybifamuun furtuun fayyadamtootaaf kennameeti jira. Saganticharratti argamuun haasaa kan taasisan Ministeerri…


