Imala Badhaadhinaa Biyyattiin Jalqabde Saffisiisuufi Hojiilee Misoomaa Bulchinsatti Jalqabaman Ciminaan Itti Fufsiisuudhaaf Tumsa Qindoomanaa Kan Barbaachisu Ta’uun Ibsame.
Bulchinsa Dirree Dhawaatti waltajjiin Goolabbii Koonfireensii Paartii Badhaadhinaa Damee Bulchinsa Dirree Dhawaa Kan Walakkeessa Waggaa Mataduree “Itiyoophiyaa gara biyya fakkeenyummaatti!’ je’uun qophaawe gaggeeyfameeti jira. Waltajjii kanarratti Gabaasni Raawwii Karoora Hojii Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Bulchinsa Dirree Dhawaa Kan Walakkeessa Jalaqaba Bara 2018 dhihaachuun Marion bal’aan irratti taasifame. Gabaasa dhihaaterratti gaaffiileefi yaadonni hirmaattotarraa dhihaachuun Marion kan…


