Afa yaa’iin Mana Marii Bulchiinsaa jiila Ambaasaadara Faransaay Simachuun mari’atan.

    Afa yaa’iin Mana Marii bulchiinsaa Kabajamtuu Adde Faxum Musxafaa Jiila Itiyoophiyaatti Ambaasaadara Faransaay Kabajamoo Obbo Reemii Marshaan duurfamu simachuun waliin mari’atan. Marii taasisan kana irratti Dirreen Dhawaa fi Faransaay Hariiroo hawaas-Dinagdee yeroo dheeraaf qaban daran roga Invastimantiin cimsuun haala dandeesisu irratti xiyyeefachuun mari’ataniiru.

    Read More

      የድሬዳዋ አስተዳደር ኤሌክትሪክ አገልግሎት የተገልጋዩን ቁጥር ለማሳደግና የአገልግሎት ክፍያ ስርዓቱን ለማዘመን ቅድመ ዝግጅት አጠናቆ ወደስራ መግባቱን ገለጸ፡፡

      የድሬዳዋ አስተዳደር ኤሌክትሪክ አግልግሎት ነዋሪው የሚያገኘውን አገልግሎት ጥራት በማሻሻል የተገልጋዩን ቁጥር ለማሳደግ ቅድመ ዝግጅት አጠናቆ ወደ ስራ መግባቱን የተቋሙ ዲስትሪቢዩሽን ሲስተም ቴክኒካል ሰፖርት ኃላፊ የሆኑት አቶ ግርማ ወ/ገብርኤል ተናግረዋል፡፡ ኃላፊው ከጉዳዩ ጋር በተያያዘ እንዳስረዱት በድሬዳዋ 45,000 (አርባ አምስት ሺህ) የሚሆኑ የኤሌክትሪክ ቆጣሪ ያላቸው ህጋዊ ተገልጋዮች መኖራቸውን ጠቁመው ሌላው ነዋሪ በህገ-ወጥ መንገድ የመብራት ቆጣሪ ካላቸው ተገልጋዮች…

      Read More

        ከ49 ሺህ በላይ ዜጎች ማህበረሰብ አቀፍ የጤና መድን አገልግሎት የሚያገኙበት ሁኔታዎች እየተመቻቹ መሆኑ ተገለጸ፡፡

        የማህበረሰብ አቀፍ ጤና መድን አገልግሎት በሀገራችን ከ2009 ዓ.ም ጀምሮ የተጀመረ ሲሆን በተለያዩ ክልሎች ተግባራዊ በመሆኑ ዜጎችን ተጠቃሚ በማድረግ ላይ ያለ ፕሮግራም ሲሆን እስካሁንም ከ30 ሚሊዮን በላይ ዜጎች የማህበረሰብ አቀፍ ጤና መድን አገልግሎት እያገኙ ነው። የድሬዳዋ አስተዳደር ጤና ቢሮ የማህበረሰብ አቀፍ ጤና መድን ትገበራን ለመጀመር የተለያዩ የዝግጅት ምዕራፎችን አጠናቆ ለአባላት የህክምና አገልግሎት ሊጀምር ነው፡፡ የማስጀመሪያ ፕሮግራሙ…

        Read More

          Lammiiwan kum 49 ol iif Tajaajila Wabii Fayyaa Hawaasaa haala itti argachuu danda’an mijeefamaa jiraachuun ibsame

          Naannolee Biyya teenyaa kanneen gara garaa keessatti Bara 2009 irraa jalqabee kan geggeefamaa jiru Sagantaan Tajaajila Wabii Fayyaa Hawaasaa jidu-gala taasifate hojii irra oolaa jiruun hanga ammaatti lammiiwan Miiliyoona 30 ta’an yeroo ammaa Tajaajila Wabii Fayyaa Hawaasaa argachaa jiraachuun ibsameera Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Biiroon Eegumsa Fayyaa Raawii Sagantaa Tajaajila Wabii Fayyaa Hawaasaa jidu-gala godhate jalqabsiisuuf…

          Read More

            Wakaalada adeega laydh tiriiga ee ismaamulka diri dhabe ayaa sheegtay in ay kor u qaadayso tirade isticmaala laydhtiriga.

            Wakaalada ayaa soo gaba gabaysay hawlaha lagu balaadhinaayo gaadhsiinta laydhtiriga bulshada ismaamulka iyado la bilaabay hawshasi. Mudane girma waldhe gabrel oo ah masuulka waaxda balaadhinta iyo farsamada ayaa sheegay in ay hawshani lagu balaadhinaayo adeega dadka isticmaalaya laydh tiriiga ay hadda soo gaba gabootay lana bilaabay in la gaadhsiiyo xaafadaha magaaladani diri dhabe ee hadda…

            Read More

              49 kun oo qoys ayaa laga duwaan galin doona ismaamulka iyado heli doona adeega caymiska caafimaadka.

              Caymiska caafimaadka ee bulshada ayaa dalkeena ka bilaabmay sannadki 2009 TI waxaana deegaanada qaar si habsami leh looga isticmaala adeegani. Ismaamulka ayaa waxaa hadda laga daah furay adeegani isticmaalkiis iyado ay dadka dhaqaalahoodu liito ay hadda ka faa`idaysan doonaan ayaa waxaa la sheegay in magaalada qoysaska ku nool ay bixin doonaan sannadi 520 birr xaga…

              Read More

                Kafaltoota Gibiraa Amanamoo 30 kan Sadarkaa Ol’aanaa Galataa fi Beekamtiin kenname.

                Bara 2012tti Kafaltoota Gibiraa Amanamoof Wal tajjii Beekamtii kennuu kan yaadannoo Sammuu Wareegamtoota Raayyaa Ittisa Biyyaaf taasifamee fi Eebba Manguddootiin jalqabame kana haasawaan kan banan Daayireektarri Ol’aanaan Abbaa Taayitaa Galiiwan Bulchiinsaa Obbo Abdulsalam Mahammad jalqabsiisaniiru. Akka Dirree Dhawaatti hojii Riifoormii kan Ammayaawaa Galii walitti qabuu jalqabame cimsuun akka itti fufsiifamuu fi badhaafamtootni osoo of hin…

                Read More

                  kanaan dura Lafaan wal-qabatee Rakkoolee turan haala ammayyaawaan furuuf hojjatamaa jiraachuun ibsame

                  waggoottan Afuriin dura hundeefamee kan hojiitti gale Ejansii Galmee fi Odeefannoo Ragaa Qabiyyee Lafa Magaalaa Qabiyyee Hawaasaa Mirkaneessuu fi Galmeessuun haala ammayyaawaan gara Kuusaa Odeeffannootti galchuudhaan kanaan dura Ragaa Odeeffannoo Qabiyyee rakkoo baduu irratti mul’achaa ture hambisuuf hoj-maatni diriirfamaa jiraachuu ibsameera. Ejansichi hojiiwan hojjachaa jiru kana ilaalchisuun hawaasni hubannoo ga’aa akka qabaatu gochuun hojiiwan hojjatamaa…

                  Read More