Dhaabatni Qalma Foon Beeyladaa Gabaa alaaf dhiheessu Eebbifame.
Dirree Dhawaatti Dhaabatni Foon Beeyladaa qaluun Gabaa alaaf dhiheesuuf dandeesisu Jiilli Muummee Ministeera D.r Abiyyii Ahmadiin duurfamuun eebbifameera. Dhaabatni Qalma Beeyladaa kan magaala Dirree Dhawaa irraa KM 5 fageenya ta’u irratti Araddaa Baadiyaa Jalloo Balinaa Ganda Hulaa yuusufitti ijaarame kun guyyaatti Gaala hanga 1000 fi Hoolaa fi Re’ee hanga kum 3 quluudhaan qindeessee erguu akka…


