Gareen Ambaasaadaroota kan haawan 22 hamate qaamolee hawaasa gara garaa waliin mari’ate
Bulchiinsa Mootummaa Naannolee Biyya teenyaa 9 fi Bulchiinsa Magaalota 2 irraa kan walitti babahan Gareen Ambaasaadaroota kan haawan 22 hamate Bulchiinsa Dirree Dhawaatti qaamolee hawaasa gara garaa waliin marii taasisan. Gareen kun imala nageenya deebisuu kaayyeefachuudhaanBulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaatti taasiseen yeroo gara bulchiinsaatti seenan irraa jalqabee simannaan addaa fi hawataa ta’e hawaasaa fi Bulchiinsa Dirree…


