“የድሬዳዋን የፍቅርና የአንድነት መግለጫ እሴቶች ለመመለስ መረባረብ ይገባል” የድሬዳዋ ምክትል ከንቲባ አህመድ መሐመድ

    ለሀገር አርአያ የሆነውን የድሬዳዋን የፍቅር፣ የሰላምና የአንድነት መገለጫ እሴቶች ለመመለስና ሀገር አቀፉን ለውጥ ከዳር ለማድረስ ሁሉም ኃላፊነቱን ሊወጣ እንደሚገባ የድሬዳዋ አስተዳደር ምክትል ከንቲባ አህመድ መሐመድ ጥሪ አቀረቡ፡፡ ‹‹አንድ ዕድል ለሰላም›› በሚል መሪ ሃሳብ በተኪያሄደው የዛፍ ጥላ ሥር የእርቅ ውይይት ላይ ሀገር አቀፍ ታላቅ ስብዕና የተላበሱ የሀገሪቱ የኪነ ጥበብና የዘርፈ ብዙ ሙያተኞች ተሳትፈዋል፡፡ በውይይቱ ላይ የተሳተፉት…

    Read More

      Duudhaawan Dirree Dhawaa Ijoo itti-fufsiisuuf wal-tajjiin marii boru ni geggeefam

      Aadaa fi Duudhaawan Dirreen Dhawaa ittiin beekamtuu fi ittiiniis ibsamtu wal- tajjiin marii rakkoolee karaa Aadaattiin hiikuudhaa Ganama boruu jechuuniis Hagayya 4 bara 2011 Dirree Dhawaatti geggeessuuf kurfiin haal-duree goolabamuun ibsame. wal-tajjiin marii kan Muka Jala jedhamuun moggaafame kana Biiroon Dhimma Komunikeeshinii Mootummaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Moodeelistii yaada kana Maddisiiste Moodeelisti Fatiyaa Mahamadii waliin kurfiin…

      Read More

        Birrii Biiliyoona 2,834, 440,000 Bajata Bulchiinsa Dirree Dhawaa ta’uun ragga’eera.

        Manni Marii Bulchiinsa Dirree Dhawaa yaa’ii Idilee 42 ffaa wixinee Bajata Bulchiinsaa kan bara 2012 dhiyaate Birrii Biiliyoona 2 fi Miiliyoona 834 fi kum 440 raggaasisuudhaa fi Adde Kariimaa Alii Hoogantuu Biiroo Dhimma Daa’immanii fi Dubartootaa taasisee muudeera. Manni Marii Bulchiinsa Dirree Dhawaa yaa’ii Idilee 42 ffaa guyyoottan lamaaf geggesseen Bara bajataa kanatti dhaabilee Raawachiiftota…

        Read More

          Geggeesotaa fi Ogeeyota Dirree Dhawaaf leenjiin Sagantaa fi Tarsiimoo Misoomaa Magaalaa irratti laatame

          Bulchiinsi Dirree Dhawaa fi Ministeerri Misooma Magaalaa fi Konistiraakshinii waliin ta’uudhaan Manneenii waliin dhimmoottan ijoo kan Sagantaa fi Tarsiimoo Misooma Magaalaa irratti leenjii hubannoo uumuu guyyoottan 15 laatame. leenjii hubannoo uumuu kan Yuunivarsitii Haroo Maayaatti kenname kana irratti Geggeesotaa fi Ogeeyotni dhaabilee Bulchiinsi Dirree Dhawaa irraa walitti babahan kan hirmaattaniiru. Sagantaa goolabii leenjii kanaa irratti…

          Read More

            Guyyaa har’aa Biqilruu hojii Biqiltuu dhaabuu geggeefamaa jiruun han guyyaa 9:00 tti kan dhaabame

            Kutaa Baadiyaa Bulchiinsaa jechuuniis Kilaastaroota Baadiyaatti Kilaastara Waaheel 52,386 , Kilaastara Asalissootti 20,150 , Kilaastara Biyyoo Awaaleetti 58,150 fi Kilaastara Jaldeessatti 3769 walumaagala kutaa Baadiyaa Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Biqiltuun 134,455 kan dhaabame yoo ta’u kutaa Magaalaa Bulchiinsa Dirree Dhawaatti 124,538 walumaagalatti hanga guyyaa irraa sa’aa 9:00tti Sadarkaa Bulchiinsa Dirree Dhawaatti 258,993

            Read More

              gandeenittiis Biqiltuun haala ga’aan akka dhihaatu hawaasni dubbifne dubbifne dhaaman

              Karoora Galmee Waantota dinqisiisoo adunyaa irratti galmaa’uuf qabame milkeessuuf gandeenittiis Biqiltuun haala ga’aan akka dhihaatu hawaasni dubbifne dubbifne dhaaman hawaasni magaalaa Dirree Dhawaa baay’een mooraa jireenya isaatti biqiltuu dhaabaati jira gandeen tokko tokkotti dhiheessi Biqiltuu hawaasa hanqachaa jiraachuus jiraatonni ganda Gorroo tokko tokko ibsanii akka biqiltuu dhiyaatuuf gaafatan

              Read More

                Biqiltuu 10 dhaabanii guddisuuf karoorfatanii Biqiltuu dhaabaa jiraachuun ibsame

                Mooraa Hospitaala Rifaraala Humna Raayyaa Ittisa Biyyaatti Miseensotni Raayyaa Ittisa Biyyaa argaman mataatti Biqiltuu 10 dhaabanii guddisuuf karoorfatanii Biqiltuu dhaabaa jiraachuun miseensotni biqiltuu dhaabaa jiran kanneen dubbifne ibsan. Guyyaa har’aa Biqilruu kum 200 dhaabuuf hawaasni damaqinaan bahee dhaabaati jira Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Guyyaa har’aa Adoolessa 22 Biqilruu kum 200 dhaabuuf hawaasni damaqinaan bahee dhaabaati jira.

                Read More

                  Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Hojiin Biqiltuu dhaabuu geggeefamaati jira

                  Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Guyyaa har’aa Adoolessa 22 ganama sa’aa 12:00 irraa jalqabee iddoowan jidu-galeessa Biqiltuu itti dhaabuuf filaman jahanii fi Ganda jiraatotaa hundatti Hojiin Biqiltuu dhaabuu haala ho’aa fi addaa ta’een geggeefamaati jira . iddoowan jidu-galeessa Biqiltuu itti dhaabuuf filaman jahan jechuuniis Mooraa Yuunivarsitii Dirree Dhawaa , Hospitaala Rifaraala Humna Raayyaa Ittisa Biyyaa , Daandii…

                  Read More

                    በኢትዮጵያ በአንድ ጀንበር 353 ሚሊዮን 633 ሺህ ችግኝ ተተከለ

                    እንደ ሀገር በአንድ ጀንበር 353 ሚሊዮን 633 ሺህ 660 ችግኝ በዛሬው እለት በተካሄደው የአረንጓዴ አሻራ  ተተክሏል፡፡   በአገር አቀፍ ሚዲያዎች የአረንጓዴ አሻራ ቀን አስተባባሪ ኮሚቴ በሰጡት መግለጫ እንደ ሀገር በእለቱ ከእቅድ በላይ መከናወኑን አስታውቀዋል፡፡ በጠቅላይ ሚኒስተር ዶ/ር አብይ አህመድ የተቀመጠውን የአረንጓዴ አሻራ ቀን እውን ለማድረግ በድሬደዋ በችግኝ ተከላው መርሀ ግብር የአስተዳደሩ ከንቲባ አህመድ መሀመድ ቡህ…

                    Read More

                      የአረንጓዴ አሻራ በድሬደዋ ተጀመረ ፡፡

                      እንደ ሀገር በአንድ ጀንበር 200 ሚሊዮን ችግኝ ለመትከል የተያዘውን እቅድ እውን ለማድረግ በድሬዳዋ ነዋሪዎች በአንድ ጀንበር 200 ሺህ ችግኝ የመትከል ሂደቱ ተጀምሯል። በድሬደዋ አስተዳደር ከተዘጋጁት 6 መአከላት አንዱ በሆነው መከላከያ ሪፈራል ሆስፒታል የመከላከያ ሰራዊትና የፅጥታ አካላት የችግኝ ተከላ እያካሄዱ ይገኛሉ። የአረንጓዴ አሻራ የማኖር ሂደት ከንጋት አስራ ሁለት ሰዓት ጀምሮ እየተካሂደ ነው ፡፡በአስተዳደሩ ከሐምሌ 22/2011 እስከ…

                      Read More