Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Hojjatoonni Biiroo Dhimma Komunikeeshinii mootummaa marii paanaalii kan Guyyoottan 16 farra miidhaa Korniyaa irratti taasisan haasawaan kan ban Daayireektoreetiin Informeeshin komunikeeshinii Obbo Shamsuddiin Amiin akka ibsanitti miidhaa korniyaan balaa hamaa xiil samuu fi qaamaa ga’u ittisuuf ilaalchi hawaasaa akka jijjiiramu Ogeeyiin komunikeeshinii xiyyeefanoon hojjachuu qabuu jedhan.
Marii kana irratti barruun Seenaa jalqabbii Guyyoottan 16 miidhaa farra koorniyaa miidhaa kanaan hamma lammiiwan hubamanii fi haala ittiin fuul duraaf hojjatamuu qabu kan sadarkaa adunyaa ; biyya teenyaa fi bulchiinsaa dhiyaatee mariin bal’aan irratti geggeefameera.


