Ogeeyyiin damee Fayyaa Sagantaa Fooyyessa Ogummaa Ittifufaan of ga’oomsuu akka qaban ibsame
Qopheessummaa Biiroo Eegumsa Fayyaattiin Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Ogeeyyiin damee Fayyaa hoj-maataa fi meeshaalee Fayyaa kan yeroo gara yerootti fooya’anii waliin haala wal-simuun haala itti Ogummaa fooyyefachuu qabanii fi fuul-duraas hayamni Hojii Ogummaa fi dhimmoottan biro bu’ura Sagantaa Fooyyessa Ogummaa Ittifufiinsaan of ga’oomuu Ogeeyyiin dame Fayyaa fudhatan yoo xiqaate waggaatti Sa’aa 30 ykn qabxii 30 ol…


