Ayyaana Cuuphaa kan bara 2013 Baga Nagaan geessan.

    Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa kan Bulchiinsa Dirree Dhawaa fi Biyya Teenya Itiyoophiyaa marti baga kabaja ayyaana Cuuphaa bara 2013 nagaan geessan, Ayyaani kan waantota gagaarii ta’an mara itti hojjannu kan Jaalalaa fi Naga’aa , kan Gamachuu fi Barakaa akka isiniif ta’u Onnee irraan hawwa jechuun irra deebi’anii Ayyaana Cuuphaa kan bara 2013 Baga Nagaan geessan.

    Read More

      Naga’ee Sobaa Argannaa Birrii Miiliyoona 15 Oodiitiin mirkanneesse.

      Abbaan Taayitaa Galiiwan Bulchiinsa Dirree Dhawaa Naga’ee Sobaa kan Birrii miiliyoona Oodiitiin mirkanaa’e irratti Duursitoota garee fi Ogeeyota ol’aanoo ga’ee hojii kennameef itti gaafatamummaa fi amanamtumaan ba’atan hojii Seera kabajchiisuu kana itti gaafatamummaa fi amanamtummaan to’achuun saaxilaaniif beekamtii fi badhaasa hamilee jajjabeessuu laateera Abbaan Taayitaa Galiiwan Bulchiinsaa laate. Kurfii beekamtii fi badhaasa hamilee jajjabeessuu qophaa’e…

      Read More

        Wal tajjiin marii Ilaalcha Dargaggootaa irratti xiyyeefate geggeefame.

        Sochiin Dargagoota Sababatti Amanan horachuu geggeefamuufi. Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Liigiin Dargaggootaa kan Paartii Badhaadhinaa wal tajjii marii ” Dargaggoota Sababaan Amanan haa horannuu ” dhaadannoo jedhuun geggeefame haasawaan kan banan Itti Aanaan Kantiibaa fi Hooganaa Biiroo Daldala Indastirii fi Invastimantii Obbo Kadiir Juhaar akka ibsanitti dargaggoonni Odeefannoo maddi hin beekamne dogogorsiisoo jedhamee dhaga’an faana osanii…

        Read More

          ከሚመለከተው ህጋዊ አካል ፈቃድ የሌላቸው ግለሰቦች እና ተቋማት ከጥምቀት በዓል ጋር ተያይዞ ድሮን ማብረር እንደማይችሉ ተገለጸ፡፡

          ከጥምቀት በዓል ጋር ተያይዞ ሊያጋጥሙ የሚችሉ የደህንነት ስጋቶችን ለመከላከል ከሚመለከተው አካል ፈቃድ የሌላቸው ግለሰቦች እና ተቋማት ድሮን ማብረር ወይንም ማንቀሳቀስ እንደማይችሉ የፌደራል ፖሊስ ኮሚሽን አስታዉቋል። ኮሚሽኑ ለመገናኛ ብዙሃን በላከው መግለጫ እንዳመለከተው ሁሉም የፀጥታና የደህንነት ተቋማት ከከተራ ጀምሮ ለተከታታይ ቀናት በድምቀት የሚከበረዉ የጥምቀት በዓል ያለምንም የጸጥታ ችግር እንዲከበር በቂ ዝግጅት አድርገዋል። ከፀጥታ አጠባበቅ ጋር ተያይዞ ሊያጋጥሙ…

          Read More