Ayyaana Cuuphaa kan bara 2013 Baga Nagaan geessan.

    Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa kan Bulchiinsa Dirree Dhawaa fi Biyya Teenya Itiyoophiyaa marti baga kabaja ayyaana Cuuphaa bara 2013 nagaan geessan,
    Ayyaani kan waantota gagaarii ta’an mara itti hojjannu kan Jaalalaa fi Naga’aa , kan Gamachuu fi Barakaa akka isiniif ta’u Onnee irraan hawwa jechuun irra deebi’anii Ayyaana Cuuphaa kan bara 2013 Baga Nagaan geessan.