Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa kan Jiraatota Bulchiinsa Dirree Dhawaa fi Biyya Teenyaa hundaan baga kabaja Ayyaana Cuuphaa bara 2013 nagaan geessan, kan Ayyaana Cuuphaa kan Naga’aa, kan Jaalalaa kan Gamachuu isiniif haa ta’u Ayyaana Cuuphaa Baga Nagaan geessan!
Ayyaana Cuuphaa Baga Nagaan geessan.


